Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 12:13 - KITAABA WAAQA

13 Nami toko gumi keesa waan isaani jed'e Aabbo, oboleesa kiyyaani, D'aala qoodiifi jed'i.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 12:13
7 Referans Kwoze  

Ammalle wolmormiti nama qalbi inqamne ka d'uga inqamneeni d'ufti. Worri waan aadaani Waaqa nama duroomsitu seha.


Nami dansaani dansooma garaa ufi keesa jiru keesaa waan dansa baasa; nami hamaleeni hameenna garaa ufi keesa jiru keesaa waan hamtu baasa. Wonti akanatiifi waan garaa jira arabi dubbata.


Duuba gumiini tiyya wolti baate, waan atini jettu ch'aqasu d'ufti, ammo dubbi tante suni tokole gula iyyaatu; isiini akuma sirba worrati jirti, worri tanaleeni iraa deebie sabdooma ufi illakisu.


nama lafa tana keesati quufu jalaa naa baasi. Gaargala atini worraa hereddeeni worra gaargalchi; gaargali sunini ha ilmaani worraatifi ilmaani ilmaani worrale ch'ufa d'aqabuuti!


Wonti akanatiifi Lubbuuni Qulqullooni hojuma suni waan isani jechu maltani isani barsiifti.


Ammo inni waan jed'eeni, Eentu qortu yokhaani qoodu hori keesani naa tolche?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite