Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 12:12 - KITAABA WAAQA

12 Wonti akanatiifi Lubbuuni Qulqullooni hojuma suni waan isani jechu maltani isani barsiifti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 12:12
11 Referans Kwoze  

anati afaanifi qalbi isanii kenna, ta nyaapi keesani tokoleeni dandae morkeeni intufanne.


Nami dubbatu isaniiniti, ammo Lubbu Abba keesaniti isani keesa dubbata.


Jennaani Petroni Lubbu Qulqullooni guutamnaani waan worraani jed'e, Shumootaafi jaarole gosa Israeli,


Ammo Lubbuuni Waaqa jabeenna isaa kennite, Stefanoni morku dad'abani.


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Eentu afaani namaa kenna? Eentu afaanifi gurra nama duucha? Eentu ila nama bane duucha? Ana, AABBO Waaqaaniti?


Ammo Stefanoni Lubbu Qulqullooni guutamnaani, gara gubba sonaani olilaale, guddinna Waaqa arge, Yeso harka mirgicha ka Waaqa oleju arge


Amma beeni deemi, anini si qarqaare si dubbachiise si jechisiisa.


Yo qorsuma isani yaamani, waan dubbattanifi waan jettani inheregiina; waan isani jettani hojuma suni isaniti himani.


Nami toko gumi keesa waan isaani jed'e Aabbo, oboleesa kiyyaani, D'aala qoodiifi jed'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite