Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 12:10 - KITAABA WAAQA

10 Nama Ilma Nama arabsu ch'ufa inaraaramaniifi, ammo nami Lubbu Qulqullo arabsu araarama inargatu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 12:10
7 Referans Kwoze  

Yo nami oboleesa ufii ka daba nama ijeesu tolchu arge, ha Waaqa kad'atuufi: aka Waaqi jireenna isaa keennu. Wonti kunini waan nama daba nama ijeesa intolchiini dubbatti. Ammo dabi nama ijeesu injira; anini, daba kana Waaqa kad'ad'a isaniini injed'u.


ato anini duri isa tufad'e gaargalche arabsele. Ammo Waaqi na nahe, maro anini d'ugefacha d'abe ato inhubatiini wollaaleefi.


Yesoni waan jed'e, Aabbo, worra kana araarami, waan tolchu jirani imbeekhani. Woya isaa hit'a buufatani qoodatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite