Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:6 - KITAABA WAAQA

6 Keessuma tokoti ammumatana nati gore, ammo anini waan iti kennu inqabu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:6
2 Referans Kwoze  

Yesoni waan jara ufitiini jed'e, fakeenna, Yo nami toko isani keesa halkani guddo mana jaala ufi d'aqe waan jed'uuni, Jaali, qit'a sadi naa kenni.


Ammalle yo namichi mana keesa jiru kaani, Aabbo na ingaargalchiini balbala yayu ch'ufani, anaafi ijoolleeni tiyya ya ramne, anini kae woma siti kennu indandau isaani jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite