Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:52 - KITAABA WAAQA

52 Gaargala keesani, jara Seera beekhu! Fura balbala qorsuma fuutani; ufii seenu diddani, nama seenu fed'ule d'owartani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:52
10 Referans Kwoze  

Gaargala keesani jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Isani Finna gubba nama duraa ch'uftani, ammo ufile inseentani, yokhaani worra seennu fed'ule d'owartani. [


Aka Waaqa aka d'ugaa beekhani qaaloleeti nama barsiisu male. Biyyiti aka fed'i tiyya barattu ha gara worra yaatu; wonti akanatiifi worri ergattu AABBO Waaqa Gudda.


Worri dubbi isaa quufe, ergattu yaamani d'aanani, aka worri deebie maqa Yeso Kristotiini nama imbarsiimne seeraani gallakisani.


jennaani qaallichi Seera toko aka isa ilaalatu wo isa gaafate waan jed'e,


Inni achi deemnaani, jara Seera beekhufi Farisayooni guddo isa goyeesani waan heddu isa gaafatani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite