49 Tanaafi Qalbiini Waaqaleeni waan jette, Anini raagafi ergattu worrati erga; nama gari ijeesani, ka gari gaargalchani.
Ammo Waaqi ya Kristo Yesoni takaa isani tolche, ammalle ya Kristo qarooma keenna tolche; maro isaatiifi nu Waaqaani wolti araaramne, ya gumi Waaqaa taane, ya balcha taane.
Isati qalibifi herega Waaqa ka d'ossani, namaa mullisa.
Isati wo namaa kenne; nama gari ergattu tolche, ka gari raaga tolche, ka gari odeesitu dubbi tolche, ka gari tissitu tolche, ka gari barsiiftu tolche.
ammo jara Waaqi yaame, Yahudifi gosa d'ibileti, oduuni tuni Kristo, ka jabeennaafi qarooma Waaqa.
Gaafa Stefano, ka d'uga teeti, maro teetifi ijeesani, anini bira eje duisa isaa ee jed'e woya worra isa ijeesele qorqorad'e jed'e.
Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.
Jennaani qonqo olfud'atani ch'aarani, gurra ch'uqaalatani, isati oriani,
Ammo eegi Lubbuuni Qulqullooni isani ira buute jabeenna argattani, Yerusalemufi Yudeafi Samaria keesafi haga muumme lafale ch'ufa na d'ugeesitani.
Maneeni Waaqa iti kad'atani keesaa isani yaasani. Tana male, hojjaani ind'ufti ta nami isani ijeesu waan Waaqaa hojatu ufi sehu.
aka haga Yerusalemu iti keyatani iraa deebitifi araarama daba maqa isatiini gosa ch'ufati odeesu malani.
ta gari tissele guurte d'aante fitt'e.
Haguma gaafa duri ababooti teesani lafa Misiritii baate haga arrale, anini takaa raaga isaniti ergu illakimne.
Duuba isanileeni waan ababooti teesani taate quuftani; worri raagoota ijeese, isani awaala ijaartaniifi.
Bara suni raagooti gari Yerusalemu baate Antiokia d'ufte.
Worri d'iiga worra qulqullo ka raagoota jisse, tanaafi atini ya d'iiga worra obaafte. Waan worraa male argachu jirani!
Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!