Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:47 - KITAABA WAAQA

47 Gaargala keesani! Isani awaala raaga ababooti teesani fitt'e ijaartani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:47
5 Referans Kwoze  

ta Aabbo Yesofi raagoota ijeefte nule d'ibde worrale gaargalchite. Guddo Waaqa dalansiisani! Nama ch'ufa guddo jibbani!


Isani guddo mata jabaattani, garaani keesani ind'ugefatu! Gurri keesani dubbi Waaqa ind'agayu! Guyya ch'ufa Lubbu Qulqullo diddani; aka ababooti teesani tolchite, isanileeni akasuma tolchitani.


Gaargala keesani, jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Isani aka awaala gubbaa adeesani jirtani, ka alaani guddo mid'aagu, ammo keesi lafefi waan shame qaba.


Duuba isanileeni waan ababooti teesani taate quuftani; worri raagoota ijeese, isani awaala ijaartaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite