Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:25 - KITAABA WAAQA

25 Deebinaani mana harani mid'aasani agarti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:25
10 Referans Kwoze  

Dubbini afaani isaa keesaa baatu ch'ufti ta ch'ubbutiifi ta d'araa, ammalle inni waan dansa qajeeltu deebie intolchu.


Ammo hojja atini worra ch'ubbu gaargalchitu, nama kara kanke lakisule gaargalchi. Worri Israeli ha nagayaani tau!


Eegi jinniini hamtuuni nama keesaa baate, isiini lafa godduti dabarte fulla boqota barbaaddi; d'amnaani waan jettu, Mana kiyya ka bahefiti deebia.


Jennaani biraa deemte, jinni torba d'ibi ta isi ira hamtu fuute, woliini duudani keesa qubatani. Jireenni namicha kaani ka ammaa ka duri ira hama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite