Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:17 - KITAABA WAAQA

17 Ammo Yesoni herega worraa beennaani waan jed'eeni, Lafti gargari qoodamte ch'ufti imbaddi; manileeni yo gargari qoodame injiga.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:17
9 Referans Kwoze  

Anini ijoolle isile d'ae fit'a, duuba gumiini ch'ufti aka anini heregafi garaa nama ch'ufa ilaalu baratti. Ammalle anini isanii ch'ufa, huji teesani gula, woi isani kenna.


ammalle nama tokole ka waan namaa isati himu imfeene, waan inni waan nama keesa jira ch'ufa beekhufi.


Yesoni herega worraa beennaani waan jed'e, Maafi garaa keesani keesati hameenna akana kana hereddani?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite