Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 11:11 - KITAABA WAAQA

11 Abba kamiti isani keesa, yo ilmi isaa qurt'umi kad'ate bofa kennaafi?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 11:11
5 Referans Kwoze  

Eentu yo ilmi isaa qit'a kad'ate d'akha kennaafi?


Duuba AABBO Waaqi waan jed'uuni, Niitiini daima ufi ka d'alte indeeti? Yokhaani ilmaani isiini d'alte nahu indiddi? Ato isiini deetele anini haga jiru isani inded'u.


Yokhaani yo inni qurt'umi kad'ate bofa kennaafi?


Wonti akanatiifi nami wo kad'atu ch'ufti inargata, nami woi barbaadu, inarga; nami balbala d'ad'aule duraa banani.


Yokhaani yo inni okhokaani kad'ate qaanjibu kennaafi?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite