Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:7 - KITAABA WAAQA

7 Manuma suni keesa tataa, waan isanii kennani ch'ufa nyaad'a d'uga, wonti akanatiifi nami wo hojatu wo argachu male. Mana d'ibi induudiina.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:7
18 Referans Kwoze  

Abbaani oobru ka aka dansa hojate, mid'aani qara ka oobru ufi argachu male.


Nami dubbi Waaqa barsiisani ha waan dansa qabu ch'ufa nama isa barsiiseeni gahuuti.


Mana olduuddani ch'ufa achuma tataa haga kaatani yaataniti.


Ammalle waan worraani jed'e, Hojja mana nama toko olduuddani, arti tataa, haga achi yaataniti.


Ammalle isiini aka woma inhojanne baratte mana ch'ufa iraa yaate waan hasau, himmalini hasoofte ufuma teteete. Tanaafi aka kiyya nad'eeni kaima fuud'u malani, aka ilmaani d'alte worra ufi qorqoratte, aka nyaapi keenna qoomni argate waan hamtu nuuni injenne.


Jennaani mana ufitiini worra d'aqe sagale worraa kenne waan worra ufi woliini Waaqa d'ugefateefi gammade.


Worra ufi ch'ufa woliini batiso argannaani waan nuuni jette yo isani aka anini Aabbo d'ugefad'e agartani, mana kiyya koota achi taa, jette nu sobate.


Achiti isa durati, isanifi ilmaani teesanifi hojattu teesanifi worri Lawi ka dira keesani keesa tauleeni gammada; qaabad'a aka worri Lawi qooda lafa inqamne.


Paulofi Barnabani mana hid'aansa keesaa yaani mana Lidia d'aqani. Achiti oboleyaani arginaani jabeesani kaani yaani.


Yo nami nagaya fed'u achi jiraate, nageenni keesani isa woliini taa; ammo yo injirre isaniti deebia.


Isanifi worri keesani waan hafe suni fulla feetaniti nyaad'a wonti akanatiifi wonti suni waan isani huji teesani ta Waaro Woyyumatiifi argattani.


Inni sagale haga qaaloleeni taani fud'attu ha fud'atuti sagale worri isaa isaa ergu male.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite