Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:26 - KITAABA WAAQA

26 Yesoni waan jed'eeni, Seera keesati maal t'aafani? Maal soomta?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:26
8 Referans Kwoze  

Nu imbeenna aka wonti Seeri jed'u ch'ufti waan worra Seera jala jiruuni jed'ani, aka malte nama ch'ufa d'owani lafa ch'ufaa qorsuma Waaqa duraani d'ufani.


Wonti Musani t'aafe ta aka nami Seera guutu d'uga argatu tana: Nami waan Seeri jed'uuni tolchu injiraata.


Waan isani jettaniini, waan AABBO Waaqi isaniini jed'u ch'aqasa, Worra ekhera yaamatu inch'aqasina — wonti worri isaniini jed'u woma isaani imbaatu.


Jennaani namichi Seera beekhu toko, aka sila Yeso ilaalatu, olkae waan jed'eeni, Aabbo, maal tolchu male aka jireenna hegeri argad'u?


Inni waan jed'eeni, Abba Waaqa kanke jaalad'u, garaa kanke ch'ufaani, lubbu tante ch'ufaani, jabeenna kanke ch'ufaani, qalbi tante ch'ufaani; ammalle nama ch'ufa aka ufi jaalatu jaalad'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite