Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:21 - KITAABA WAAQA

21 Hojuma suni inni gammada Lubbu Qulqullotiini waan jed'e, Galata si deebisa, Aabbo, Abba lafafi gubba, waan atini waan kana qarofi nama wo beekhu d'ossite ijoolle didiqo garsiifteefi. Ee, Aabbo, wonti akana kuni fed'i tanteti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:21
29 Referans Kwoze  

Yo oduuni dansaani nu odeesinu d'ofamte, worra badu jiru ch'alla duraa d'ofamti.


Waan ch'ufa fed'i herega Waaqa gula tolchani ammalle Waaqi fed'i ufitiini Kristo keesa nu fohate nama ufi nu tolfate, herega isaa ka qara kaani gula.


Waaqi ya qara nu fohate, aka kara Yeso Kristotiini ufitiini nu d'ufe ilmaani ufi nu tolfatu, fed'i isaa gula.


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami aka ijoolle ufi tolche Finna Waaqa imfud'anne diqole inargatu.


Worri waan Yesoni jed'e, Waan worri jed'u d'ageeta? Ind'agaya jed'e. T'aafi keesa taka insoomne? Isani ya ijoolleefi daima aka faaru d'uga baaftu barsiiftani.


Yesoni waan jed'eeni, Ayyaani keti, Simoni, ilma Yona. Nafafi d'iigi waan kana siti imullimne, ammo Abba kiyya ka gubba jiruti siti mullise.


faaru suni daimafi ijoolleeti d'aata. Atini ya nyaapa kanke ch'ufa duraa baate, nagayaani teeta. Atini nama sinii morku ch'ufa ind'owarta.


Yo argatte, jaalaanifi olla ufi wolti yaamte waan jettuuni, Na woliini gammada, waan anini qarsi tiyya ta badde argad'eefi.


Yo argate, gammade gurmu ira keyate,


AABBO Waaqi kanke si woliini jira, irre isaatiini nama dabsata. AABBO Waaqi siraa gammade, jaalala isaatiini jireenna haraa sii keenna. Inni sirbe siraa gammada,


AABBO Waaqi waan jed'u, gubbaani barch'uma kiyya, lafti fulla anini miila d'ad'abad'u. Mani isani naa jaartani me re? Fullaani anini hafuura iti baafad'u eesa taati?


Eegi guddo gaargale inni deebie gammada argate, aka gaargali isaa sunini wo namaa bahu beekha. Hojattuuni tiyya dansaani, ta guddo na gammachiiftu, ch'ubbu nama heddu fud'ata, aninileeni maro isaatiifi worraa araarama.


Tanaafi anini gumi tana waan mama iti buuse worra mamsiisa. Qaroomi qaroo bade, qalbiini nama wo beekhu lafaa d'abani.


Duuba d'akha suni iraa gangalchani. Yesoni olmillate waan jed'e, Aabbo, galata sii deebisa, waan atini na d'ageetuufi.


Akuma kaimi dubra fuud'u, ka si uumeleeni si fuud'a. Akuma nami dubra fuud'a intala iraa gammadu, akasuma Waaqi kanke siraa gammada.


Kara gudda tokoti achi jira, ka kara Qulqullooma jed'aniini. Nami ch'ubbu qabu, ka kara suni suni gula deemu injiru, daalleleeni nama kara suni gula deemu iraa ingorsitu.


AABBO Waaqi nama isa sodaatu jaala tahe wold'aqisa inni worra woliini tolfate jabeesa.


Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.


Farisayoofi Sadukayoni hedduuni aada batiso fed'achu d'umnaani, Yohanani waan worraani jed'e, Isani ilmaani bofaati, eentu dalansu hegeri duraa baqad'a isaniini jed'e?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite