Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:17 - KITAABA WAAQA

17 Jari torbaatami Lamaani kaani gammadaani gale waan jed'e Aabbo, jinnileeni nuu sarmiti maqa kanketiini.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:17
8 Referans Kwoze  

Duuba Waaqi, ka nagaya nuu kennu, d'iotu Sheet'ana miila keesani jalati ch'arasa. Eebiti Aabbo Yeso isani woliini jiraatinna.


Ammalle akheekhi kuni worra d'ugefatu keesa mullata: maqa kiyyaani jinni nama keesaa baasani; afaani d'ibiini dubbatani;


Duuba Yesoni jara ufi kud'ani lamaani kaani wolti yaame, jabeennaafi humna jinniini baasaniifi ta d'ukubaani fayyisani kenneefi.


Eegi waan kana Aabbooni nama torbaatami lama d'ibi fohate, lama lamaani lafa inni d'aqu fed'u ch'ufa ufi dura erge.


nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Ammo waan jinniini isani sarmitufi ingammadina, ammo maro maqa keesani gubbati t'aafanifi gammada.


Tanaafi nad'eeni aka dansa d'iirsole ufiiti ch'eeru malte, akuma gumiini Waaqa Kristo ch'eertu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite