Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:11 - KITAABA WAAQA

11 Awaara dira keesani ta faana teennati qabatte nu isaniti hat'aanna; ammo waan kana beekha, Finni Waaqa ya d'iaate.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:11
16 Referans Kwoze  

Ammo worri aka awaarti faana worraa d'uga worraa taatu faana d'ad'ate Ikonio d'aqe.


nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.


Inni ifsa guddinna Waaqatiini biliqa, akuma Waaqi jiru innileeni jira, waan uumani ch'ufa dubbi jabeenna isatiini olqaba. Eegi daba nama iraa qulqulleese, inni gubba harka mirga ka Waaqa Guddinna gubba tae.


Jennaani Paulofi Barnabani garaa jabaatani waan jed'ani, Dubbi Waaqa qara isaniti hasau malani. Ammo maro isani diddani jireenna hegeri ka isanii male argachu dad'abdanifi nu gara gosa d'ibii d'anna.


Tanaafi eegad'a, aka wonti kunini ta raagi dubbate isaniti ind'umne ta,


Oboleyaani, ilmaani d'aloota Abrahamufi isani ch'ufa ka Waaqa sodaattani, dubbi baafama tana gara keenna ergani.


Fulla isani ind'ieesine ch'ufa, yokhaani fulla nami iti isani ind'ageenne ch'ufati, awaara miila ira hat'aad'a aka himacha worraa taatu.


Yo nami isani imfud'anne, yokhaani dubbi teesani inch'aqamne, hojja mana suni yokhaani dira suni keesaa yaatani, awaara miila keesani ira d'ad'aad'a.


Ammo waan Israeli inni waan jed'u, Anini harka kiyya guyya toko ch'ufa gosa inch'aqamne ta dubbi ind'ageenne dura qabad'e.


Wonti isiini jettu tana, Dubbini Waaqa d'aatu tante jirti, hid'i tante gubbafi garaa kanke keesa jirti, dubbi d'ugefacha ta nu odeesinu.


Worri na dide sunini yo si ch'aqaseefi yo si ch'aqasule baate, aka raagi worrati d'ufe imbeekha.


Daba iraa deebia, Finni gubba ya, d'iaate.


Yaa, Finni gubba ya d'iaate jed'a, namati odeesa.


Nama isani inulfeesiini, yo dira suni keesaa kaatani, awaara miila iraa d'ad'aad'a, aka akheekha worraa taatu.


Ammo dira keessumooma ira inargatiini ch'ufa, kara isa gula yaa, waan jettani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite