Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 10:1 - KITAABA WAAQA

1 Eegi waan kana Aabbooni nama torbaatami lama d'ibi fohate, lama lamaani lafa inni d'aqu fed'u ch'ufa ufi dura erge.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 10:1
14 Referans Kwoze  

Nama ufi dura erge, ka deeme olla Samaria toko seene fulla isaa mid'aasu.


AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Jaarole torbatama, ta gurra qabdu, ta gumi keesa mataa fakaatu, wolti yaami, fulla balbala Waaro Woyyumati natiini kooti, worri ka arti sibira ejaanjuti.


Gurba, atileeni raaga Waaqa Gudda jed'ani si yaamani; Aabbo dura deemte kara mid'aasitaafi.


Lubbufi jabeenna aka Eliyatini fuula Aabbo dura deema. Ammalle abbootifi ilmaani wolti araarse, nama Waaqaa insaalfane qalbi worraa d'ugaati deebisa aka gumi Aabbo Aabboo kurfeesu.


Aabbooni isi arginaani naheefi, Imbohiini jed'eeni.


Fulla suni jaarole Israeli nama torbatama jira worra suni keesa Yaazania ilma Shafaniti jira. Worri sunini ch'ufti waan hit'aana iti aarsani, ka aari keesaa yauti jiru harkaa qaba.


Jennaani Yohanani jara isaa lama yaame Aabbooti erge waan jed'eeni, Atini ka ind'ufa jed'ani mo kad'ibi eenna?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite