Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:80 - KITAABA WAAQA

80 Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:80
11 Referans Kwoze  

Gurbaani suni guddate jabaate; ammalle guddo qaroo, eeba Waaqa qaba.


Yesoni olguddate, qalbi horate, Waaqafi namileeni isa eebise.


Bara suni Yohanani nama batisu lafa aloo ta Yudea d'ufe nama barsiise waan jed'e.


Anini qara isa imbeekhu, ammo anini aka inni Israeliti mullatuufi bisaaniini nama batisu d'ufe.


Wonti akanatiifi inni Aabbo durati nama gudda taha, daad'iifi farso ind'ugu, Lubbu Qulqullooni guutama akuma garaa haad'a keesaa buuni.


Worri kaani yaanaani, Yesoni waan Yohana biyyati dubbate waan jed'e, Lafa gamooji keesa maani daawachu d'at'ani? Ilaadu qilleensi tabsiisu wo taate?


AABBO Waaqi akasuma Hana eebise, eegi suni isiini ilmaani d'iira sadiifi dubra lama d'alte. Gurbaani Samueli jed'ani huji AABBO Waaqa suni keesati guddate.


Wonti akanatiifi inni waan t'aafi duri keesati t'aafani aka Yesoni Kristo nama ch'ufa agarsiise, akasiini moroma Yahudi ch'ufa dabsate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite