Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:66 - KITAABA WAAQA

66 Nami d'agaye ch'ufti garaa ufi keesa keyate, Gurbaani kuni nama akami taha? jed'ani. Wonti akanatiifi inni jabeenna Waaqa qaba.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:66
16 Referans Kwoze  

Jabeenni Aabbo worra woliini jira, nami hedduuni d'ugefate Aabbooti deebie.


Jennaani inni worra woliini deebie, Nazaretiti gale, worra saalfate. Haati isaa dubbi suni ch'ufa garaa keesa keyatte.


Ammo Mariamuni dubbi suni garaa ufi keesa keyatte heredde.


AABBO Waaqi Yusufu woliini jira, waan inni tolche ch'ufa keesa kayo kenneefi. Inni mana namicha hojatufi, ka gosa Misiri, keesati gale.


Dubbini tuni gurra keesani keesa ha seentu! Ilma Nama harka namati kennani.


Gurbaani suni guddate jabaate; ammalle guddo qaroo, eeba Waaqa qaba.


Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.


Anini dubbi tante qalbi tiyya keesa keeyad'a, aka si durati ch'ubbu intolchine.


Irreeni tiyya hojja ch'ufa isa woliini jirti, jabeenni kiyyaleeni isa jabeesa.


Eliyaani woya mart'ifate, jabeenna irree AABBO Waaqatini Ahabu dura haga Yezreeli utaale.


Namichi hojattu isaa toko waan jed'eeni, Anini gurba toko, ka Yese ka worra Bethlehemu, ka aka dansaa kiraari d'au beekhu, imbeekha. Inni ammalle janna mid'aaga, askarti dansa, ammalle guddo dubbi beekha. AABBO Waaqileeni isa woliini jira.


Bara suni ch'ufa gurbaani Samueli jed'ani woya qomati keeyate AABBO Waaqa hojate.


Oboleyaani Yusufu isa d'iibifatte, ammo abbaani waan kana ch'ufa herege garaa keeyate.


Gumi atini fohate, gosa atini jabeenna kenniteefi qorqorad'i, jabeesi.


Gaafa dubbini d'uga, Oduuni Dansaani, gara keesani qara d'ufte, abdi isiini qabdu ya d'ageetani. Tanaafi d'ugefachaafi jaalalti teesani waan isani abdattani keesa jirti, ta gubba isanii olkayani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite