Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:52 - KITAABA WAAQA

52 Hayyoota barch'uma guddinna iraa kaase hiyyeeyi ira teteesise,

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:52
14 Referans Kwoze  

Akanaani mukhi lafa keesa jiru ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha. Nami mukha d'ed'eera mure gabaaba baase d'ed'eereersu anuma. Ammalle anumati mukha doti gogose gogale dotteesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Anini waan jed'u inuma guuta.


Waaqa durati ufi diqeesa, duuba inni oli isani fuud'a.


Waan anini isaniini jed'u, Namichi kuni nama kaani ira mana ufiti d'ugaani gale. Wonti akanatiifi nami ufi guddisu indiqaata, ammo ka ufi diqeesu inguddisani.


Guube worra duula jajanna ch'ach'absani, worri lalaafani jajabaata,


AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini mana Daudi, ka jige aka hoosa jiru, deebise fulla isaa ta ch'ach'abde ch'ufa mid'ad'aase jaare aka qara inni jiruti deebisu,


Kunini ogeesa mukhatiiniti, ilma Mariamu, oboleesa Yakobotiifi Yosafi Yudafi Simoniiniti? Oboleyaani isaa ta dubra arma nu woliini injirtu? jed'ani, isa didani.


Wonti akanatiifi nami ufi guddisu ch'ufti indiqaata, ammo nama ufi diqeesu inguddisani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite