Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:4 - KITAABA WAAQA

4 Wonti anini waan kana tolchuufi aka atini d'uga waan si barsiisani barattu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:4
7 Referans Kwoze  

Ammo haga kana ya t'aafani, aka isani aka Yesoni Kristo Ilma Waaqa d'ugefattani, d'ugefannaani aka maqa isatiini jireenna argattani.


Namichi kunini qara waan kara Aabbo barate, garaani isaa owinaani waan Yeso qajeelche dubbate barsiise, ammo batiso Yohana ch'allaa beekha.


Nami dubbi Waaqa barsiisani ha waan dansa qabu ch'ufa nama isa barsiiseeni gahuuti.


Ammo kad'acha gumi keesati anini sila dubbi shani ta nami ch'ufti hubachu dandau dubbachu fed'a, aka nama d'ibi barsiisu, fulla dubbi kunki shani afaani d'ibiini dubbad'u.


waan Waaqi siraa fed'u imbeeta, ammalle aka qajeeluma fohatani, ya Seera iraa baratte;


ammalle ka dubbi d'ugaa qajeeltu isani barsiisu. Duuba akanaani yo isani ergani, dubbi d'uga barbaada isaniini jed'ani, gartani itiini galtani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite