Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:27 - KITAABA WAAQA

27 gara intala dubra toko ta namichi Yusufu jed'ani kad'achu jiru, ka gosa Daudi, maqaani intala Mariamu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:27
9 Referans Kwoze  

D'alooti Yeso Kristo akana tahe. Gaafa Yusufuni haad'a isaa Mariamu kad'ate, ato worri d'iirsafi niiti intahiini, isi Lubbu Qulqullooni garaachoofte argani.


Duuba amma AABBUMA Waaqati akheekha sii kenna: intalti dubra garaachoofte, ilma deete, maqa isaa Imanueli baaftiifi.


Yakoboni abba Yusufu, d'iirsa Mariamu, ta Yeso ka Kristo jed'ani d'alte.


Ilaala, intalti dubra garaachoofte ilma deeti. Maqa isa Imanueli baasani. Akasi jechaani Waaqi nu woliini jira jechu.


Worra d'ugefacha inqamne kana, isani haga yoomi garaa lama qabaachu lakiftani? Anini yayu waan takaa inargini lafaani d'ufe — nami d'iira harka nama uwati bula.


Anini siifi niiti tana nyaapa wolti tolche, d'alooti keesanileeni woli jibba. D'alooti isii mata si ch'arase, atileeni hirba worraa nyaatta.


Malaikaani isiti d'ufte nagaya fuute waan jetteeni, Aabbooni si woliini jira, ya guddo si eebise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite