Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:25 - KITAABA WAAQA

25 Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:25
14 Referans Kwoze  

Gaafasi nad'eeni torba d'iira toko qabde waan jettuuni, Nu dandeenne daara ufi baamne sagale ufi kenninna, ammo atini ch'eera nu d'owi, d'iirsa nuu tahi, ha maqa kanke ch'allaani nu yaamaniti.


D'ugefachati Abrahamu ijoolle kenne, ato inni guddo jaare, niitiini isaa maseena taatele. Inni aka Waaqi kakhu ufi inch'absine ind'ugefate.


Ammo malaikaani waan jetteeni, Insodaatini, Zekaria, kad'acha tante la d'agayani, niitiini tante Elisabeti ilma sii d'alti, atini maqa isaa Yohana baafta.


Peninani Masanuni isii isiiti gamte qot'ifti, waan AABBO Waaqi ilme isii d'owefi.


Isiini ato ijoolle ind'aliini guddo deemte jennaani Isaaqooni guddo Waaqa kad'ateefi. Waaqi kad'a isaa d'agaye, Rebekaani garaachoofte.


Ammalle isiini waan abbaani jette, waan kana ch'alla naa tolchi, haga jia lama na lakisi, aka anini jaallowaani tiyya woliini lafa gaareeni keesa dedeeme, aka waan ato dubratu duufi bohu.


AABBO Waaqi dua haga jiru jireenna balleese, nama ch'ufa imimaani ira haaqe, ch'eera lafa ch'ufa keesati gumi isaa qabate iraa fuud'a. Dubbi tana AABBO Waaqati jed'e!


Eegi guyya suni niitiini isaa Elisabetiini garaachoofte, haga jia shani ch'ufa d'ofatte.


Mikalini, intalti Saulo, deebite ind'alle.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite