Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:24 - KITAABA WAAQA

24 Eegi guyya suni niitiini isaa Elisabetiini garaachoofte, haga jia shani ch'ufa d'ofatte.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:24
6 Referans Kwoze  

Bara Herodeni hayyu Yahudi, qaallicha toko jira ka Zekaria jed'ani ka balbala qaalole Abiya jed'ani. Niiti isa maqaani Elisabeti ta isiileeni balbala worra qaalole himatu.


Guyyaani faro isaa hobaanaani inni worra ufiti gale.


Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.


isiini garaachoofte jaaruma isaa keesa Abrahamuu ilma d'alte. Guyyuma Waaqi Ind'alata jed'e, ilmi suni d'alate.


Akuma Elishani jed'e kaani wogaani sunini marraani isiini ilma deete.


Ee Theofilo kitaaba qara keesati anini waan Yesoni tolcheefi, waan inni barsiise ya sii t'aafe, haga inni huji ufi iti keyate asi,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite