Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 1:14 - KITAABA WAAQA

14 Atini ingammadda, nami hedduleeni si woliini gammada, hojja inni d'alatu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 1:14
8 Referans Kwoze  

Ollafi fiit'ani aka Aabbooni isii nahe arginaani guddo isi woliini gammadani.


Abbaani nama d'ugaa ingammada, ilmi qarooni abba gammachiisa.


Ilmi qarooni abba gammachiisa, ammo daallichi haad'a ufi tufata.


Saraani waan jette, Waaqi yayu gammachuufi koblaani naa d'ufe. Nami ch'ufti, ka waan kana d'agaye, na woliini kobla.


Ilma kiyya, yo atini qaroo taate, anini guddo gammada.


Ammo malaikaani waan jetteeni, Insodaatini, Zekaria, kad'acha tante la d'agayani, niitiini tante Elisabeti ilma sii d'alti, atini maqa isaa Yohana baafta.


Wonti akanatiifi inni Aabbo durati nama gudda taha, daad'iifi farso ind'ugu, Lubbu Qulqullooni guutama akuma garaa haad'a keesaa buuni.


Namicha qonqo aabbotiini d'ufe, atini ya ilmi sii d'alate jed'e isa gammachiise ha abaaraniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite