Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Lawi 1:8 - KITAABA WAAQA

8 Jennaani worri ka fooni gargari ch'irani kaani, matafi d'ad'ale woliini fuud'e ibida gubba kayuti.

Gade chapit la Kopi




Lawi 1:8
9 Referans Kwoze  

Duuba qoraani fulla sorio iti baasani suniti tuule, korma suni qale, fooni isaa qoraani suni gubba naqe waan jed'e, Butte afuri bisaani guuta foonifi qoraani kana gubbati naqa. Worri bisaani keesaa naqe jennaani.


Koromi lama gadi nuu kenna; raagooti Baali ha toko fuute qalte gargari ch'irte qoraani guba keetuti — ammo ibida imbobeesiini. Anileeni korma kaani akasuma tolcha.


Eegi inni qale fooni gargari ch'ire qaallichi ha fooni suni ch'ufa matafi d'ad'ale woliini fuud'e, waan aka mesa suni ira kayuti.


fooni hori suni kaani gubde AABBO Waaqaa sorio baaftu: gabbinnafi moora miha garaa ch'ufafi,


kaleefi gabbinna isiitiifi arabicho tirulle ch'ufa.


Qota mesa suni ch'ufa waan hohookiti iti naqani, ka ch'ufa d'eerinni taaku toko. Fooni sorio qalani ch'ufa mesa kana ira naqani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite