Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kolosai 4:8 - KITAABA WAAQA

8 Maro waan kanatifi anini isa gara keesani erga, aka inni waan nu keesa jirru isaniti hime isani gammachiisu.

Gade chapit la Kopi




Kolosai 4:8
16 Referans Kwoze  

Maro waan kanatifi anini isa gara keesani erga, aka waan nuuni ch'ufti keesa jirru inni isani beesise garaa isani jabeesu.


Wonti anini waan kana tolchuufi aka garaani worraa jabaate, worri ch'ufti jaalalaani wolti mataqe, dubbi d'uga ta hubachaani d'uga d'uftuuni argatu. Kara kanaani waan Waaqi duri d'osse argatani, wonti sunileeni Kristo.


garaa keesani jabeese isani kibina, aka waan dansa ch'alla dubbattani tolchitani.


Nu isani kad'anna, oboleyaani, worra woma inhojanne gorsa, nama ch'eeru jabeesa, lalaafa qarqaara, nama ch'ufa obsa.


Maro waan kanatifi woljabeesa, wolqarqaara, akuma amma tolchitani kana.


Tanaafi dubbi tanaani woljabeesa.


Maro waan kanatifi anini obsu dad'abe Timotheo erge, D'aqi, d'ugefacha worra suni ilaali jed'eeni, aka Sheet'ani isani ilaalate, hujiini teenna ch'ufti lafati inhamne!


oboleesa keenna Timotheo, ka nu woliini Waaqa hojate Odu Dansa ta Kristo odeesu ergine. Nu isa ergine, aka inni isani jabeese d'ugefacha teesani qarqaaru,


Isani imbeetani, nu isani ch'ufa akuma abbaani ilmaani ufi heregu herenne.


Tanaafi anini guddo gara keesani isa ergu fed'a, aka hojja isa argitani gammaddani, naasuuni tiyya baddu.


Anini Tito kad'ad'e, aka inni deemu, oboleesa d'ibile isa woliini erge. Titoti isani dabse? Anaafi inni herega takafi adaba taka inqamnu?


Ammo isani ammatana isaa araaramtani jabeesu maltani, aka inni guddo lalefate ufi injibaanne.


Gaargala keenna ch'ufa keesati nu qarqaara, aka nuleeni dandeenne nama gaargala qabu ch'ufa qarqaarru, qarqaarsa nu Waaqa ira arganne suniini.


Maro waan kanatifi anini Timotheo isaniti erga. Inni ilma kiyya Aabbo keesa, ka anini guddo jaalad'e d'ugefad'u. Inni daandi anini jireenna kiyya hareesa Kristo keesa gula deemu isaniti hima, ta anini gumi lafa ch'ufa barsiisu.


Waaqi keesani waan jed'u, gumi tiyya garaa jabeesa, garaa jabeesa!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite