Jaallaboota 9:54 - KITAABA WAAQA54 Jennaani inni hurrise, gurba miha isaa ka lola baatu yaame waan jed'eeni, Goraade tante qalqala keesaa luqisi, na ijeesi. Aka nami, nad'eeniti ijeese injenne. Jennaani gurbaani suni tumaata tokooni ijeese. Gade chapit la |