Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 9:47 - KITAABA WAAQA

47 Aka worri suni ch'ufti achiti wolti bahe Abimelekiti himnaani,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 9:47
2 Referans Kwoze  

Worri gugurdaani ka mana jaba nyaapa iti d'okhatani ka Shekemu keesa jiru, waan kana d'agaye, mana jaba ka waaqa worraa ka Baal-Berithi jed'aniti baqate.


Inni gaara Salmoni worra isaa woliini kore, d'agaraani dame mukha kute, gurmu irati baate. Ammalle waan worra isaatini jed'e, Hurrisa, waan anini tolche kana tolcha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite