Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 9:1 - KITAABA WAAQA

1 Ilmi Gideoni, ka Abimeleki jed'ani gara dira Shekemu d'aqe, fulla fiit'aani haad'a isaa teetu, waan jed'eeni,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 9:1
13 Referans Kwoze  

Ammalle lafa Shekemu keesa jaalto qaba; isiini ilma d'alteefi inni ilma suni maqa Abimeleki baaseefi.


Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.


Worri Israeli aka Yeroboamuni Misirii d'ufe d'agaye jennaani, kora gumi Israeliti isa yaame hayyu tolfate. Gosa Yuda male nami tokoleeni d'aloota Daudi gula imbaane.


Jennaani worri Israeli sunini isa yaame, gara Rehoboamu woliini d'aqani waan jed'aniini,


Rehoboamuuni Shekemu fulla worri Israeli ch'ufti aka isa hayyu tolchu wolti bahe d'aqe.


Absalomuni nama Israeli ka sila d'ufe d'iba hayyuuni ilaalufi ch'ufa akanaani sobe, ufi gula deebise.


Duuba gurbaani toko, ka Shekemu jed'ani, ka ilma namicha gudda lafa suni, ka gosa Hivi, ka Hamori jed'ani, isi arge jennaani qabe buufate.


Yakobooni lafa Mesopotamiati gale dira Shekemu, ka lafa Kanaani keesa, nagayaani baheeni waaro diida dira suni d'aatuti d'aabate.


Worri waan dansa Gideonini worra Israeliti tolche ded'e worra isaa galata d'owe.


nami saddeetama Shekemufi Shilofi Samariaa bahe Mispa d'ufe. Worri areeda haadate woya ufi tatarsaase, ufi mamadeese, mid'aanifi hit'aana fuud'e, mana Waaqa geesu jira.


Jennaani galaana Yordani ilaboruti, dira Kadeshi, ka Galilaya, lafa gaareeni ta Naftali keesa, ammalle Shekemu, lafa gaareeni ta Efraimu keesa, Hebronile, lafa gaareeni ta Yuda keesa fohatani.


Inni nad'eeni heddu fuud'e ilmaani d'iira torbatama d'ale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite