Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 8:4 - KITAABA WAAQA

4 Gideonifi worri isaa, ka d'ibba sadi kaani, galaana d'ufani taakani. Worri ya dad'abe ammo nyaapa reebu illakimne.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 8:4
10 Referans Kwoze  

Tanaafi waan dansa tolchu dad'abu himmalle; wonti akanatiifi yo nu indad'amne, hojjaani nu murannu ind'ufti.


Maro waan kanatifi nu garaa ilaamnu. Ato nafi keenna guyya ch'ufa shamele, garaani keenna guyya ch'ufa haraa taha.


Nami artiti hafe suni nama d'ibba lama ka dad'abii laga suni taaku dad'abe. Ammo Daudini worra nama d'ibba afuri woliini reebu iti d'aabate.


Worri waaro hayyoota Midiani lamaani, Orebufi Zeebu qaqabe; Orebu fulla d'akha Orebuti ijeesani, Zeebu fulla daad'i iti mid'aasani ta Zeebuti ijeesani. Ammalle worra Midiani reebani mata Orebufi Zeebu, Gideonitini d'ufani, ka yo suni galaana Yordani gama ilaboru jiru.


Qarale Waaqi hayyoota Midiani Orebufi Zeebu harka keesaniti kenne. Wonti anini tolche, ka sunini wolbira qabani, maani? Inni akasi jed'e jennaani worra dallansuuni iraa galte.


Daudini AABBO Waaqa gaafate waan jed'e, Nyaapa kana reebe ind'aqaba? Inni waan jed'eeni, Reebi, atini d'aqabde worra boojianile ch'ufa iraa buufta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite