Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 8:35 - KITAABA WAAQA

35 Worri waan dansa Gideonini worra Israeliti tolche ded'e worra isaa galata d'owe.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 8:35
6 Referans Kwoze  

Inni dira Ofra fulla mana abba isaa d'aqe, achiti d'akhuma toko gubbati oboleyaani isaa torbatama taani, ta ilmaani Gideoni, fit'e. Ammo Yothamuni, ilmi maand'ichi Gideoni, d'okhate bahe.


Guyya suni asi Gideoni maqa Yerubaali baasani; wonti akanatiifi Yoashini waan jed'e, Baalini ha ufi qarqaartu, wonti ch'ach'absani suni ch'ufti tama isaati.


Ilmi Gideoni, ka Abimeleki jed'ani gara dira Shekemu d'aqe, fulla fiit'aani haad'a isaa teetu, waan jed'eeni,


Akanaani hayyichi huji dansa Yehoiyadani abbaani Zekaria tolcheefi ded'e, ilma isaa ijeese. Zekariani ato lubbuuni keesaa imbahini, waan jed'e, AABBO Waaqi waan kana arge ha haalo na baasuti!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite