Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 8:17 - KITAABA WAAQA

17 Ammalle mana d'eera Penieli kaani ch'ach'abse worra d'iira ka dira suni fit'e.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 8:17
4 Referans Kwoze  

Duuba inni waan jed'e, Hojja anini nagayaani deebie mana keesani d'eera kana ch'abse balleesa!


Jennaani Yeroboamuni dira Shekemu, ka lafa gaareeni Efraimu keesa jiru, jabeese jaare diqo achi tae. Jennaani achi kae, dira Panueli jabeese jaare.


Jennaani inni qoraatifi gora inni lafa alooti d'ufeenini jaarole Sukothi d'aane.


Jennaani Gideonini Zebafi Salmuna gaafate waan jed'eeni, Nami isani Taboriti fit'ani me, Eesa jira? Worri waan jed'eeni, worri sunini si fakaata — worri ch'ufti ilma hayyu fakaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite