Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 8:11 - KITAABA WAAQA

11 Gideonini kara d'aatu afaani lafa aloo deemu gula deeme. Nobafi Yogbeha ilaboru, ka worri quba inqamne, nyaapa suni had'e.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 8:11
8 Referans Kwoze  

Nobani Kenathifi ollowaani isaa had'e dabsate fud'ate, maqa ufi gula Noba maqa baaseefi.


Atroth-Shofani, Yazeri, Yogbeha,


Worri Dani waan Mikaani mid'aafatefi qaallu isale fuud'e dira Laishi, ka dagu jiru, d'ufe, nama keesa jiru fit'e dirale gube.


Yo nami, Wonti ch'ufti nagaya bad'aad'a jed'u, badiini tassa d'ufti! Nami tokoleeni duraa imbahu. Aka nad'eeni ch'iniinfatu jirti.


Jennaani inni Daudi fulla worraa geese, ato worri fulla ch'ufati garagari bahe sagale soorate wod'uge gammadu, maro waan heddu lafa Filistitifi ta Yuda keesa boojianifi.


Jennaani Samuelini waan jed'e, Agagi hayyu Amaleki natiini koota. Jennaani Agagini ka nahe hollate lubbuuni d'ufte garaa ufi keesati bada, dooti akami nama d'ibdi? jed'u isa dura d'ufe.


Zebafi Salmunani Karkori jirani, duula ufi woliini. Nami duula, ka worra ilaboru ka hafe, nama kunki kud'ani shani ch'alla; nama kunki d'ibba tokofi diddama ch'ufa yayu ijeesani.


Hayyooti Midiani lamaani taani, Zebafi Salmunaleeni, baqatte, ammo inni reebe worra qabe, duula worra ch'ufa mudamsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite