Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 7:3 - KITAABA WAAQA

3 Waan atini biyyaani jettu, Nami sodaatu ch'ufti ha galuti, nu arma gaara Gileaditi hamna. Jennaani nami kunki diddami lama gale, nami kunki kud'ani hafe.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 7:3
7 Referans Kwoze  

Ammalle worri gugurdaani askarti ha dubbate waan jed'uuni, Nami daafanaani wosodaatu isani keesa jira? Yo jiraate ha worra ufiti deebiuti. Yo inni deebiu baate, inni worra d'ibile garaa laafisa sodaachisa.


Ilma Hoola inhad'ani ammo Ilme Hoolatiifi jari d'uga ka isii gula yau, ka isiini fohate yaamte worra dabsata, waan isiini guddo abbooti ch'ufatiifi, hayyu hayyoota ch'ufa tatefi.


Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.


Yesoni waan jed'e, Nami qara ka eege taha, ammo ka eege ka qara taha.


Ammo hidda inqabu, haga diqa obse, hojja d'ipufi gaargali maro dubbi tanaatiifi d'ufu yoosu gufata.


Ammalle lafa gosa Manase ch'ufa keesa nama erge, worra ch'ufa ufiti yaame. Nama gara gosa Asheritifi ka Zabulonitifi ka Naftalile erge, duuba worrileeni iti d'ufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite