Jaallaboota 7:24 - KITAABA WAAQA24 Gideoni lafa gaareeni Efraimu ch'ufa keesa nama erge ka, koota worra Midiani had'a, galaana Yordanitifi laga haga dira Beth-Bara gahu taaku d'owa jed'u. Duuba jara Efraimu ch'ufa wolti yaamani galaana Yordanitifi laga haga Beth-Bara gahu achi geesani, aka worri nama taaku d'owu. Gade chapit la |