Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 7:19 - KITAABA WAAQA

19 Gideonifi gumiini isaa nami d'ibba toko, ka halkani diquma wolqit'aini, eegi nami eeddo woljijire, moga olla d'ufani, duuba magalata d'aani waan aka okhole ka harka qabani ch'ach'absani,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 7:19
11 Referans Kwoze  

Ch'aqasa! Anini aka hattu d'ufa! Ayyaana nama rafu dide woya ufi qorqoratu, aka qulla biyya keesa dedeeme inch'eere.


Wonti akanatiifi isani imbeetani, aka Guyyaani Aabbo aka hattuuni halkaniini d'uftu d'ufu.


Halkani guddo qonqooni d'ufte, Abbaani fuud'a kana, koota isa arga jed'ani.


Atini ule sibiilatiini worra ch'ach'absite; aka okote faara gargari bulleesita.


Inni duula isaa ka nama d'ibba sadi fulla saditi gargari qoode, nama ch'ufa magalatafi waan aka okhole, ifse keesa kaye, kenneefi waan jed'eeni,


Ganama ato lafti bolgoddu, AABBO Waaqi baldo dumansaa keesa aka ibida askarti Misiriti mullate naasise mudamsiise.


Hojja anaafi waheli kiyya magalata keenna d'oofnu, isanileeni keesani olla gama ch'ufa d'aa, dubbi tana lalaba, Nu ka AABBO Waaqatifi ka Gideoniti jed'a.


gumiini taani ta fulla lama jirtu akasuma tolchite. Nami ch'ufti ifse harka bitaachani qabate, magalata harka mirgichani qabate dubbi tana lalabe: Goraadeeni ta AABBO Waaqatifi ta Gideoniti jed'e!


Ganni kuma toko, sii, woma aka guyya toko, yokhaani akuma guyya kale ka dabre, yokhaani akuma saati nami lafa eegu iti wolkaasu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite