Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 7:15 - KITAABA WAAQA

15 Gideonini oobju namichi oobjateefi waan isiini d'ooftu d'agaye jennaani, jilbifate Waaqa kad'ate. Duuba duula Israeliti deebie waan jed'e, Kakaa! AABBO Waaqi yayu duula Midiani harka keesaniti kenne!

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 7:15
15 Referans Kwoze  

Jennaani Deborani waan Barakani jette, Beeni, AABBO Waaqati sini deema! Arra Sisera harka kanketi kennani. Duuba Barakani gaara Tabori ira nama kunki kud'ani ka duula woliini bue.


halkani toko nu lachu oobjanne, oobjuuni teenna waan waan himte.


Worri waan jed'eeni, Nu lachu oobjanne, nama waan oobju suni nuti himu d'amne. Jennaani Yusufuuni waan jed'eeni, Himaansi ka Waaqatiniti? Me, oobju teesani nati hima.


jilbifad'e AABBO Waaqa yaamad'e maqa AABBO Waaqa guddise, Waaqa abba kiyya Abrahamu faarse, ka kara na hare worra fiit'a isaati na qajeelche, aka anini dubra worraa ilma isaati kad'ad'u.


duuba waan worri jed'u d'ageetani, garaa jabaatani worra haatani. Jennaani Gideonifi hojattuuni isaa Purani moga olla nyaapati dabrani.


Jennaani waheli isaa kaani waan jed'eeni, Oobjuuni tunini waan d'ibi ind'ooftu, goraade Gideoni ilma Yoashi ka gosa Israeli male! Waaqi yayu harka isaati worra Midianitifi duula keenna ch'ufa kenne.


Inni duula isaa ka nama d'ibba sadi fulla saditi gargari qoode, nama ch'ufa magalatafi waan aka okhole, ifse keesa kaye, kenneefi waan jed'eeni,


Duuba Gideonini waan jed'eeni, Haye, eegi AABBO Waaqi Zebafi Salmuna harka? kiyyati kenne anini qoraatifi gora lafa alootini isani d'aana.


waan worrani jed'e, Na gula koota, AABBO Waaqi yayu nyaapa keesani ka Moabu harka keesaniti kenne. Duuba worri Ehudi gula yae, fulla worri Moabu galaana Yordanitini taaku qabe, nama tokole dabru d'owe.


Tanaafi anini isa amma tana AABBO Waaqaa keenna. Inni haga jiru ch'ufa ka AABBO Waaqati. Jennaani worri achiti AABBO Waaqa kad'ate.


Jennaani Yonathanifi wahela isaa iti iyyani yaamani waan jed'ani, koota arma gadi, wo isani garisiimna. Yonathanini waan wahela isatini jed'e, Na gulla kooti, AABBO Waaqi ya worra harka Israeliti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite