Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 6:8 - KITAABA WAAQA

8 duuba inni raaga worraa erge, ka d'aamsa AABBO Waaqa Israeli hime waan jed'e. Anini lafa Misiri ta isani tisse iti taatani keesaa isani baase.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 6:8
12 Referans Kwoze  

Jennaani worri Israeli waan worri Midiani worra tolcheefi AABBO Waaqati bohe,


Anini harka worra Misiritiifi nama isani dabse ch'ufa keesaa isani baase, worra isani duraa gusse, lafa isaani isanii kenne.


Waan jed'eeni, AABBO Waaqi Israeli waan jed'u. Anini lafa Misiri keesaa isani baase, harka worra Misiritiifi harka gosa d'ibi isani dabsate ch'ufa jalaa isani baase.


Musani waan gumiini Israelitini jed'e, Guyya kana ka isani lafa Misiri boola tissooma keesaa baatani, ka AABBO Waaqi harka ufitiini lafa suni keesaa isani baase qaabad'a; qit'a bukho qabu inyaatina.


Eegi tana, yo ilmaani teesani, Wonti kunini maani? jette isani gaafate, waan jettaniini, AABBO Waaqi irre isaa guddooni lafa Misiri ta nu tisse keesati taane harka ufitiini keesaa nu baase jed'aani.


AABBO Waaqi raaga erge, worra Israelitiifi ka Yuda gorse waan jed'e, Kara keesani hama kana iraa deebia, aada tiyya ta seera anini duri ababoota teesani kenne, eegi sunile raagoota tiyyaani isani barsiise, jabeesa guuta.


Ammo ha taatuti, worri AABBO Waaqati boonnani inni gaargala worra arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite