Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 6:30 - KITAABA WAAQA

30 Jennaani waan Yoashini jed'ani, Ilma kanke gabaasi, inijeemna! Nami waan sorio Baali irati baasani ch'ach'abse, akheekha Ashera ka d'aatu jiru ch'ire isuma.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 6:30
7 Referans Kwoze  

Tanaafi anini guddo owe gumi Yeso balleesu malad'e. Yo nami Seera gula deemu d'uga argate, yoosi anini wollaala tokole inqabu.


Anini herega kiyya keesa, aka maqa Yeso Nazareti balleesu guddo wolaaneeni.


Maneeni Waaqa iti kad'atani keesaa isani yaasani. Tana male, hojjaani ind'ufti ta nami isani ijeesu waan Waaqaa hojatu ufi sehu.


Oolaani ha iti buute, galaani isii ch'ufti gogoguti. Babilonini lafa akheekha waaqoota d'ara ka nama mudamsiisa qabdu, ka biyya daallese.


Jennaani qaaloleefi raagooti waan jaaroleefi gumiini jette, namichi kunini duu male, waan inni aka dira keenna balleesani fageefi. Isanileeni waan suni ya gurra keesanini d'ageetaniyu?


Duuba wolgaafatani, Eenuti akana tolche? woliini jed'ani. Worri dubbi suni barbaade, aka Gideonini akasi tolche arge.


Ammo Yoashini waan worra isati baafate sunini jed'e, Isani Baali kalchitani isa qarqaaru feetani? Nama isaa kalchu ch'ufa, ato lafti imbariine, fit'ani. Hojja Baalini Waaqa taate ha ufi qarqaaruti, wonti ch'ach'absani suni ch'ufti kama isaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite