Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 6:22 - KITAABA WAAQA

22 Duuba Gideonini aka malaika AABBO Waaqa arge hubate, sodaate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, anini malaika AABBO Waaqa ya iluma tiyyaani ufi birati arge!

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 6:22
12 Referans Kwoze  

Yakobooni fulla suni Penieli maqa baase waan jed'e, Ya Waaqaani fuula keesa wolargine iraa hafe.


Anini fuula kiyya si ingarsiisu, wonti akanatiifi nami fuula kiyya arge jiraatu injiru.


Nami lubbu qabu tokoleeni ka eegi Waaqa jireenna ka ibida keesaa dubbate d'agaye jiraate injira?


Wonti Isayani dubbi tana jed'eefi, waan inni guddinna isaa arge waan isaa dubbateefi.


Nami tokoleeni taka Waaqa ingarre, Ilma tokocha, ka Abbaani takaa, ka d'aatu Abbaa tau male, isati Waaqa nama beesise.


waan jettani, me ilaala, AABBO Waaqi keenna ya guddinnaafi jabeenna ufi nu agarsiise, qonqo isale ya ibida keesaa d'ageenne: Nu arra Waaqa namaani dubbate nami ira hafe jiraate la agarre.


Anini gaafasi jiddu teesanifi ta AABBO Waaqa eje, aka waan inni jed'u isaniti himu, waan isani ibida sodaatani gaara olkoru diddanifi. AABBO Waaqi waan jed'e,


Hajiriini mamte waan ufiini jette, Ani d'ugumati Waaqa arge iraa hafe waan kana inodeesa? Tanaafi isiini AABBO Waaqa ka isiini dubbate, Waaqa waan ch'ufa argu jetteeni.


Ammo AABBO Waaqi waan jed'eeni, Naguma, insodaatini, aka d'ibi indootu.


Aduuni banaani Yakobooni, ka tafa hokolu, Penieli keesaa bahe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite