Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 5:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani fardooleeni gugulufte, lafa miila ufiitini d'id'ite.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 5:22
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.


Hojaani Filistia balleesani ya geete, ta Tirofi Sidoni qarqaarsa hafe iraa kutani. Ana, AABBO Waaqati, worra Filistia, ka duri lafa Krete ta bisaani jidduuti d'ufe, balleesa.


T'iyiti worraa qara qabdi, guubeeni worraleeni had'iisa kurfo jirti. Koteeni fardo worraa akuma d'akhaa jabaati, miili gaari worraa akuma bubbe utaala.


Fardi duula dandae nyaapa namaa indabsachisu; irreeni isaa dandeete nama imbaaftu.


Nami gari gaari ufii d'ugeefata. Ka gari fardoole ufii d'ugeefata; ammo nu maqa AABBO Waaqa keenna d'ugeefanna.


Nami farda jabeenna kenneefi gama iti tolche sii?


Nyaapi keenna dira Dani yayu seene; nu hafuura farda isaani ya d'ageenne. Hojja fardi worraa imimsu lafti ch'ufti inchochooti. Nyaapi keenna d'ufe, lafa teenna ch'ufafi waan keesa jiru ch'ufafi dira keennafi nama keesa taule ch'ufa balleesu fed'a,


Worri kotte fardatifi dibbeesa gaaritiifi girreesa miila isale d'agaya. Abootini garagalte ilmaani ufi infud'attu; harki worraa akanumati naasuuni iraa jiga.


Atini miha kanke fardo miha baatufi ka nama baatufi gaangele lafa Beth-Togarma d'ufteenini jijiratte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite