Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 5:21 - KITAABA WAAQA

21 Bisaani guddooni worra fud'atani bisaani galaana Kishoni, anini irre tiyyaani dura deema, nami na ind'owu!

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 5:21
9 Referans Kwoze  

Anini Sisera, gudda askarti Yabini, d'ufeeni, fulla galaana Kishoniti si haasisa. Inni gaarifi askarti ufiitini d'ufa, ammo sumati dabsata.


nuleeni jabeenna keetiini nyaapa keenna dabsanne.


Duuba nyaapi kiyya waan kana arge, nami qara na goyeese, Waaqi kanke me? naani jed'e inch'eera. Anini nyaapa suni ka aka d'oqe karaati d'id'iitani arga.


AABBO Waaqi gaara Sioni qorqorata, ammo worra Moabu, akuma ch'idi d'oqe looni keesati d'id'itani, d'id'itani.


Eliyaani waan worraani jed'e, Raagoota Baali ch'ufa qaqaba, tokoleeni imbahini! Biyyiti raagoota suni ch'ufa qabde, jennaani Eliyaani galaana Kishoniti geese worra ch'ufa fit'e.


gaari isaa ka d'ibba sagali ka sibiila kaanifi askarti isaa ch'ufa ta Harosheth-Hagoimu jirtu wolti yaame, galaana Kishoniti erge.


Anini baafama kanke eegachuu jira, ee AABBO Waaqa.


AABBO Waaqi irre jabdu na qorqorattu; inni ya na baase. Waan inni Waaqa abba kiyyatiifi anini isa faarsa. Waan inni Waaqa abba kiyyatiifi anini isa guddisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite