Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 5:2 - KITAABA WAAQA

2 AABBO Waaqa faarsa! Worri Israeli garaa jabaate had'e; biyyiti garaa tokooni ufi gabaafte.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 5:2
23 Referans Kwoze  

Garaani kiyya worra gugurda askarti Israeli bira jira, worra garaa tokooni ufi gabaase. AABBO Waaqa faarsa!


Guyya atini nyaapa kanke haatu, nami kanke ufi gabaasa. Akuma fit'eesa ganamaa, kaima kanke gaareeni kanke qulqullo irati siti d'ufa.


nami isati aanu Amasia, ilma Zikri, innileeni askarti kuma d'ibba lama qaba. (Amasiani nama ufi baase AABBO Waaqa hojate.)


Wonti akanatiifi Waaqi hojja ch'ufa isani keesa hojachu jira, aka, aka fed'i isaa guuttani, isani feesise dandeesisu.


Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.


Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!


Taatule anini irreeni, Na qarqaari siini injed'u; ammo sii fed'i teetiini tolchitu fed'a. Tanaafi haga atini ee jettuuti anini woma intolchu.


Tanaafi nami ch'ufti waan kutate ha baasuuti, garaa tokooni, irreeni injirtu, waan Waaqi nama gammadaani wo kennu jaalatuufi.


Yo isani guddo wo kennu feetani, Waaqi waan isani qabdani ka isani baaftani fud'ata, waan isani inqamne imbarbaadu.


Yo sila anini huji tiyya fed'iini tolche, hori na baasu malani; ammo waan na tolchisiisaniifi, akasi aka anini huji nati kennani tolchu male agarsiisa.


Ammo hayyu Misiritiifi duula isaa bisaani sunini balleese; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.


Worri Sioni gammade, diri Yudaleeni qilit'ama, maro qorsuma tanteetitifi ee AABBO Waaqa,


Ee AABBO Waaqa, atini Waaqa nyaapa ufii haalo baafatu; dallansu tante garsiisi!


Gumiini Sioni ha gammaddu! Atini qajeelumani dubbi qorta; dira Yuda keesati ha gammadani!


Inni nyaapa kiyya na dabsachiise, sidi d'ibi na jalati bulche,


Biyyiti nama ufi baase Yerusalemuti godaane ch'ufa eebifte.


Isani gochiti ch'ufti, gumi AABBO Waaqa faarsa; wonti akanatiifi inni nama worra ijeesu gaargalcha. Inni nyaapa ufi haalo baafate, daba gumi isaa ch'ufa araaramaafi.


Worri lafa lafa ch'ufa ira dansa ufi fud'ate, qooda nama gosaa mataa kennaniifi. Worri seerafi aada AABBO Waaqa guute, gaafa jaaroleeni Israeli wolti baate.


Ee lubbu tiyya, AABBO Waaqa faarsi, dansuma isaa iwollaaliini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite