Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 5:11 - KITAABA WAAQA

11 Me ch'aqasa! Gumi eelati baafattu, ta yaamu yaamsitu, dabsacha AABBO Waaqa odeesite, dabsacha worra Israeli himtu! Duuba gumiini AABBO fullo worrati yaate.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 5:11
19 Referans Kwoze  

Gumi tiyya, waan hayyu Balakini, ka gosa Moabu, isaniti malateefi waan Balaamuuni, ilmi Beori, isaa deebise qaabad'a. Ammalle waan karaati isaniti tahe jiddu Shitimufi Gilgali qaabad'a. Yo waan kana ch'ufa qaabattani, waan anini baasiti teesani jed'e tolche hubattani.


Amma fulluma jirtani tana ejaanja, duuba anini AABBO Waaqa durati isani qaabsisa waan jabdu AABBO Waaqi isanifi ababoota teesani aka isani baase tolche, isani garsiisa.


Gaafasi Israeliini waaqoota d'ibi gula yaate, had'iisi lafati bue. Askarti Israeli ta kuma afurtama keesa nami woraanafi wonte qabu injira?


Algali nama fit'u lafa keesa mara, tanaafi sagale barbaaditini nuu lubbu.


Bisaani d'unnu bitachu malle, qorani ibidale beese male inargannu.


Inni nama dubbi qoru qajeelche d'uga garsiisa; ammalle worra balbala fullo diraa qorqoratule jabeenna tahafi.


Akuma bisaani eela qullooni nama d'eebuu qabu gammachiisani, akasuma gumiini Waaqaa hojja inni worra baasu gammaddi.


yo anini kora jaarolee dira d'aqe keesa tae,


worra lachu ha dira keesaa alati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesaniti. Wonti intala ijeesaniifi, waan isiini, ato dira keesa jirtu, ka nami d'aatu miju, iyyu diddefi. Ammalle wonti namicha ijeesaniifi, waan inni intala qaraa nami d'ibi fuud'aa kennani buufatefi. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.


Worri dansuma tante dubbate d'uga tante faarsa.


Dira suni geennaani gaala fulla eelati oromachiise. Hojaani sunii galgala, fulla nad'eeni bisaani woraabachu d'at'u.


Ato deemu, eela diida keesa ka reeni karra sadi itiisa ch'iiftuuni bahe. Reeni eela suni, ka d'akha guddaani afaani ch'ufani, keesaa bisaani d'uddi.


Hojja reeni ch'ufti achiti wolti d'ufte, tissituuni d'akha suni afaani iraa gangalchite ree bisaani obaafti. Eegi reeni bisaani d'udde, d'akha suni afaanti deebisani.


Worri lafa lafa ch'ufa ira dansa ufi fud'ate, qooda nama gosaa mataa kennaniifi. Worri seerafi aada AABBO Waaqa guute, gaafa jaaroleeni Israeli wolti baate.


Aka dubriti ch'ufti ganna keesa bulti afuri intala Yeftha Gileaditi bootu.


Anini dansuma tante odeese, hojja ch'ufa waan baafama keeti dubbad'a, ato dandae waan isii hubachu baad'ele.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite