Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 4:23 - KITAABA WAAQA

23 Duuba guyya suni AABBO Waaqi Yabini hayyicha Kanaani harka worra Israeliti kenne,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 4:23
10 Referans Kwoze  

Inni nyaapa kiyya na dabsachiise, sidi d'ibi na jalati bulche,


Worri lafa Kanaani dabsate, atinileeni gosa lafa suni keesa teetu harka worrati kennite. Atini gumi tante irre worri gosafi hayyoota Kanaani waan fed'uni tolchu kenniteefi.


Worri d'ugefachaani lafa heddu had'e dabsate. Waan qajeela tolchani, waan kakhataniifi argatani. Afaani nyeench'a ch'uqaalani,


Yo waan ch'ufa miila Kristo jala naqani, yoosi Ilmileeni, Waaqa jala ufi kaya, ka waan ch'ufa isa jala naqe; duuba Waaqi waan ch'ufa kara ch'ufaani fida.


Anini sila maro tokotu nyaapa isaani balleese dabasad'a.


Inni gosa ch'ufa nu dabsachiise, gosa ch'ufa nu mohachise.


Atini humna woraana naa kennite nyaapa kiyya naa dabsachiifta.


Inni ammalle waan worraani jed'e, AABBO Waaqi keesani isani woliini jiraate, mirgaafi bitaani teesani ch'ufti nagaya taate. Inni nama duri lafa tana keesa tau ch'ufa harka kiyyati kenne, worri sunini amma isaanifi AABBO Waaqa jalati bula.


Barakani Sisera barbaadu d'ufe jennaani, Yaelini fuula keesa deemte, yoyifate waan jetteeni, kooti, nama atini barbaadu si garsiisa. Duuba inni isi gula olseene Sisera ka due ch'iisu, ka d'isani mata isaa keesa eju arge.


worri isa had'uma had'e balleese.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite