Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 4:21 - KITAABA WAAQA

21 Siserani guddo dad'abe aka male rafe. Jennaani Yaelini burrisafi d'isa waaroo fuute, laanuma gara isaa d'at'e, d'isa suni madditi d'oofte fulansite lafati hod'ite isa ijeefte.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 4:21
12 Referans Kwoze  

Waaqi beekhuma beekha waan nami lafa daalluma sehu fohate, aka qaro ch'eersu, ammalle waan nami lafa laaftu sehu fohatte, aka nama jajaba ch'eersu.


AABBO Waaqa, kooti naa baasi! Atini nyaapa kiyya d'abanaafte, ilkaani worra ch'ubbuu ch'absite.


Jennaani Ehudini harka isa bitaachani bilaa gama mirgati fud'ate, hayyicha garaa isa gudda kaani keesa woraane,


Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Anini qalbi worra qaro balleese, hubacha worra wo beekhu d'owa.


Waan jed'eeni, Uleeni atini harka qabdu tunini maani? Atini sare na seeta? Duuba maqa waaqa isaatini Daudi abaare,


Jennaani boqo harre d'io doote arge, gajed'e fuud'e, nama kuma tokotini gate.


Nami eegi Ehudi jaallaba tahe Shamgari, ilma Anathi. Innileeni nama d'ibba jaa, ka Filisti, t'illoni hobaase worra Israeli baase.


Isiini waan jetteeni, Haye, woliini yaana, ammo huji tana keesa atini diqole ulfinna inargattu, wonti akanatiifi AABBO Waaqi harka niiti d'altititi Sisera keenna. Jennaani Deborafi Baraka kaani Kadeshi woliini yaani.


Jennaani inni waan jed'eeni, Balbala waaro dura eji, hojja nami d'ufe, Nami arma jira? jed'e sigaafate injiru jed'iini.


Barakani Sisera barbaadu d'ufe jennaani, Yaelini fuula keesa deemte, yoyifate waan jetteeni, kooti, nama atini barbaadu si garsiisa. Duuba inni isi gula olseene Sisera ka due ch'iisu, ka d'isani mata isaa keesa eju arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite