Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 4:19 - KITAABA WAAQA

19 Inni waan isiini jed'e, Bisaani d'ugu naa kenni, d'eebu qaba. Isiini okhole qadaada buqifte aanani kenniteefi, duuba ammalle isa golla duubati d'ossite.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 4:19
8 Referans Kwoze  

Niitiini Samaria toko bisaani woraabachu d'umnaani Yesoni, Bisaani na obaasi jed'eeni.


Hojja hiyyeesi d'ipu qabu bisaani barbaade d'abu, ka lubbuuni isaa d'eebuuni gogodde, anini, AABBO Waaqi, kad'acha worraa d'agaya; anini Waaqi Israeli deebie worra illakisu.


Duuba Eliyaani Sareptati iti d'aabate, fullo dira suniitini bahe jennaani niiti hiyyeeti toko, ta qoraani ch'absatuni bahe, waan jed'eeni, Bisaani anini d'ugu naa kenni.


Anini amma kuno, fulla eela jira. Hojja intalti dubraa bisaani woraabachu d'uftu, anini bisaani d'ugu butte tante keesaa naa kenni jed'aani.


Yaelini gabaate, Sisera yoyifate waan jetteeni, Aabbo waaro tiyya olseeni, insodaatini. Duuba inni olseene, isiini isa golla duubati d'ossite.


Jennaani inni waan jed'eeni, Balbala waaro dura eji, hojja nami d'ufe, Nami arma jira? jed'e sigaafate injiru jed'iini.


Niitiini nad'eeni ch'ufa ira eeba qabdu Yaeli, niiti Heberi ka gosa Keni, nad'eeni waaroti galtu ch'ufa ira eeba qabdi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite