Jaallaboota 4:11 - KITAABA WAAQA11 Duuba hojuma suni Heberini, ka gosa Keni, waaro ufi, d'aatu Kadeshi mukha gudda toko birati, fulla Saananimu d'aabate, inni qara worra gosa Keni kaani, ka ilmaani Hobabu, ka sodda Musa, biraa godaane. Gade chapit la |