Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 3:9 - KITAABA WAAQA

9 Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe, inni nama worra baasu iti erge. Nami sunini Othnieli, ilma Kenazi, ka oboleesa Kalebu maand'icha.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 3:9
15 Referans Kwoze  

Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe inni nama worra baasu ergeefi. Nami sunini Ehudi, ilma Gera, ka gosa Benjamini ammalle inni bitaacha. Worri Israeli Ehudi gara hayyicha Egloni damoosani erge.


Jennaani Othnielini, ilmi Kenazi, ka maand'a Kalebu, dira suni had'e qabe. Duuba Kalebuni intala ufi Aksa kenneefi.


Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe waan jed'eeni, Nu yayu ch'ubbu si durati hojanne, waan nu sii Waaqa keenna, lakimne waaqoota Baali jed'ani kad'anneefi.


Jennaani worri Israeli waan worri Midiani worra tolcheefi AABBO Waaqati bohe,


Worri si yaamate, gaargala keesaa bahe, si abdate jennaani ch'eeru d'owarte.


Yabinini gaari sibiila d'ibba sagali qaba, duuba inni worra Israeli ganna diddama dabse, naasu male mohate. Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe qarqaarsa kad'ate.


Jennaani AABBO Waaqi jaallaboota worraa kenne ka harka worra worra saamu keesaa baaftu.


Hojja inni nama worra ka gari hobaasu, worri iraa hafe kaani isati deebie, ch'ubbu lakise, garaa tokooni isa kad'ata.


tanaafi atini harka nyaapati worra kennite, akasiini nyaapi suni worra mohate. Gaargala ufi keesati worri qarqaarsa si kad'ate, atileeni gubbati worra ch'aqafte. Naasu tante guddooni atini nama harka nyaapa keesa worra baasu ergite.


Jennaani worri qarqaarsa AABBO Waaqati bohe waan jed'e, Nu yayu siti ch'ubbamne, Ee AABBO Waaqa waan siraa gore akheekha Baalitifi ka Ashtorethi kad'anneefi. Amma nyaapa keenna duraa nu baasi, nu duuba si gula yaana.


Othinielini, ilmi Kenazi, ka oboleesa Kalebu, dira suni dabsate qabe, tanaafi Kalebuni intala isaa Aksa kenneefi.


Duuba AABBO Waaqi worra Israeliti dallane, harka nyaapa worraa hayyu Kushan-Rishathamu, ka Mesopotamiati lakise, inni haga ganna saddeeti worra mohate.


Hojja AABBO Waaqi jaallaba worraa kenne ch'ufa, inni jaallaba suni qarqaare, worra, haga jaallabi sunini jiru, harka nyaapaa keesaa baase. AABBO Waaqi worraa nahe, waan worra guddo dabsani worri gaargale boheefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite