Jaallaboota 3:28 - KITAABA WAAQA28 waan worrani jed'e, Na gula koota, AABBO Waaqi yayu nyaapa keesani ka Moabu harka keesaniti kenne. Duuba worri Ehudi gula yae, fulla worri Moabu galaana Yordanitini taaku qabe, nama tokole dabru d'owe. Gade chapit la |